Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Hiruut Kaasahuun ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa kabajuuf magaalaa Asoosaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasahuun ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa naannoo Beenishaangul Gumuuzitti kabajuuf magaalaa Asoosaa galaniiru.
Jilli preezdaantii naannichaa Ashaadili Hasaniin durfamuu simanna taasiseefira.
Ayyaanichi har’arraa eegalee marii paanaalii fi iddoowwan seenaa qabeessaa daawwachuun akka kabajamuu ragaan Ministeera Aadaa fi Tuurizimiirra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.