Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Qilleensaa Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Qilleensaa Addunyaa Piroofeesar Piitar Taalaas waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin jijjiirama qabeenya qilleensaafi dhimmoota garaagaraarratti mari’achuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.