Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Muluu Naggaa fi hoggantoonni yuunvaarsiitiiwwan 25 irraa walitti babba’aan sagantaa ashaaraa magariisaa gaggeessan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dooktar Muluu Naggaa akkasumas hoggantoonni yuunvarsitiiwwan 25 irraa walitti babbaa’aan sagantaa ashaaraa magariisaa Yuunvarsiitii Waachamootti gaggeessaan.

Ministeerri saayinsii fi Dhaabbilee barnoota olaanoo Yuunvarsiitii Waachamoo waliin tumsaan karooraa fi gamaaggamaa leenjii dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa bara baajata 2014 gaggeessaa jiru.

Yuunvarsiitii Waachamootti gaggeeffamaa kan jiru gamaaggamii fi leenjichii har’arraa eegalee hanga Adooleessa 29, 2013tti kan gaggeeffamuu ta’uu ibameera.

Salamaawwit Tasfaayeetu gabaase.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.