Fana: At a Speed of Life!

Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii fi Koorporeeshinii Baankii lafaa fi Misooma Federaalaa waliin hojjechuu waliigalan

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii fi Koorporeeshinii Baankii lafaa fi Misooma Federaalaa waliigaltee waliin hojjechuu isaan dandeesisu mallatteessaniiru.
Daayreektarri olaanaa eejansichaa Dooktar Shuumatee Gizaaw wayita waliigaltichaa lafti qabeenyaa olaanaa ta’uun odeeffannoo qabeenya kana qixa sirriin fayyadamuu fi olkaa’uun biyyaaf faayidaa qabaachuu himaniiru.
Daayreektarri olaanaa Koorporeeshinii Baankii lafaa fi Misooma Federaalaa Leensaa Mokonnin gama isaaniin qabeenya olaanaa kan ta’e odeeffannoo dhimma lafaa waliin walqabate qabachuun biyyi keenyi raawwachaa kan jirtu hojiiwwan bu’uuralee misooma irratti bu’aa qabaachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.