Fana: At a Speed of Life!

Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Koongoo injifateera

Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) – Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Riippaablika Diimookiraatawaa Koongoo injifachuu komishiniin filannoo biyyattii ifoomse.

Feliiksii Tishiiseekeediin sagalee % 70 argachuun injifachuu komishinichi ibseera.

Morkataani isaanii Mooyis Kaatuumbii % 18 argachuu ‘The Washington times’gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.