Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee fi Kiigaaliin waliigaltee obbolummaa mallateessan

Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Magaalaan Finfinnee fi Magaalaan Kiigaalii waliigaltee obbolummaa mallateessaniiru.

Waliigaltichas Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Kantiibaan Magaalaa Kiigaalii Saamu’eel Duuseengiyoomvaan mallateessaniiru.

Magaalaan Finfinnee fi Kiigaaliin pilaanii magaalaa, magaalaa magariituu ijaaruu, ikkoo tuuriizimii, dhabamsiisaa balfa goggogaa fi dhangala’aa, maanaajimatii tiraafikaan fi dameewwan biroon waloon hojjechuuf kan dandeessisu ta’uu himaniiru.

Waliigalteen kun walta’iinsa magaalota fi magaalotaa malees hariiroo ummataa fi ummataa kan cimsu ta’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.