Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach Abeebee

Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ibsan.

Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa Obbo Zhaanxiraar Abbay hooggantoota ogeessota aartii, miseensoota hawaasa ispoortii fi miidiyaa waliin marii taasisaniiru.

Maricharratti Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban himaniiru.

Kanaafis, dargaggoonni, hawaasni ispoortii, ogeessoonni miidiyaa fi aartii hirmaannaa tasisuu qabu jechuu isaanii ragaan waajjira prees sakiretariyaat Finfinneerraa argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.