Fana: At a Speed of Life!

Fooyya’iinsi Imaammata Diinagdee biyya keessaa bu’aa abdachiisaa argamsiisaa jira – Obbo Ahimad Shidee

Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Fooyya’iinsi Imaammata Diinagdee biyya keessaa hojiirra oolaa jiru bu’aa abdachiisaa argamsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen ibsaniiru.

Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Ministeera Dhimma Alaa, Dhaabbilee waamamtootaa fi dursitoota Miisiyoonotaaf fooyya’iinsa Imammataa Diinagdee biyya keessaa ilaalchisee ibsa taasiisaniiru.

Fooyya’iinsi Imaammata Diinagdee biyya keessaa hojiirra oolaa jiru bu’aa abdachiisaa argamsiisaa jiraachuu eeraniiru.

Waliigalteen nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame guddina diinagdee biyyattiif carraa gaarii kan uumu ta’uu kaasaniiru.

Carraa gaarii uumame guddina biyyaaf oolchuuf hoggantoonni Miisiyoonotaa ga’ee olaanaa qabaachuu hubachiisuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.