Fana: At a Speed of Life!

Gaazixeessaan FM Faanaa Miizaan Amaan Darajjee Limanihii du’aan boqate

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Gaazixeessaan waahila FM Faanaa Miizaan Amaan Darajjee Limanihii umrii waggaa 46ffaasaatti du’aan addunyaa kanarraa boqateera.

Gaazixeessaan Darajjee waggoota jahan darbaniif hojii gaazixeessumaatiin tajaajila tureera.

Gaazixeessaan kun FM Faanaa Miizaan Amaanitti waahila osoo hin ta’iin dura miseensa poolisii humna adda naannoo Kibbaa kan ture fi  koolleejjii teeknikaa fi ogummaa qonnaa Miizaanitti qunnamti  ummataa ta’uun tajaajila tureera.

Gaazixeessa Darajjeen bara 1968 magaalaa Teeppiitti kan dhalatee yoo ta’uu, sirni awwaalchaa isaatis guyyaa boruu mana Amantaa Qulqulluu Gabreelii Miizaaniitti ni raawwata.

Faanaa Broodkasting Koorporeet gadda itti dhaga’amee ibsuun maatii fi firoottan isaaf jajjabina hawweera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.