Fana: At a Speed of Life!

Gambeellaatti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaarame ebbiffame

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Naannoo Gambeellaa magaalaa Puunywiidootti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaaraame eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’eera.
Sirna eebbichaarratti preezdaantiin naannicha obbo Umood Ujuluun argamaniiru.
Naannichaatti proojektoonni misooma kana dura eegalaan sababoota garagaraan osoo hin xumuramiin hafaniru jedhan.
Mootummaan naannichaas hojii bara kanaan proojektoota xumuruurratti kan xiyyeeffateedha jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.