Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabe

Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FB)- Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabuu gabaafame.

Gamtichi dhaabbatichi ragaalee Awurooppaanotaa Ameerikaaf dabarsee kenneera jechuun adabbii Doolaara biiliyoona 1.3 itti murteessuu ibsameera.

Kana malees gamtichi baatii faranjootaa Onkoloolessa irraa eegalee dhaabbatichi ragaalee biyyoota Gamtaa Awurooppaa Garba Atilaantiki akka hin ceesisne ajajeera.

Murtoo kanarra kan gahame sodaa hattoota ragaalee Ameerikaarraa qabuun ta’uu VOAn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.