Fana: At a Speed of Life!

Garee shorkeessaan ABUT yakka raawwatetti akka itti gaafatamuuf hawaasni Idil Addunyaa dhiibbaa taasisuu qaba- Obbo Leencoo Lataa

Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Gabaasa Aministii Internaashinaal torban darbe baase hordofee hawaasni Idil Addunyaa yakka waraanni garee shororkeessaan ABUT naannoo Amaaraa Nifaas Mawucaatti raawwateef akka itti gaafatamuuf dhiibbaa taasisuu qaba jedhan hayyu dureen ABO duraanii obbo Leencoo Lataan.

Garichi yakkoota ajjeechaa, saamichaa fi gudeeddii naannichatti raawwateef akka itti gaafatamuuf hawaasni Idil Addunyaa dhiibbaa taasisuu akka qabu ibsaniiru.

Dhiibbaa qofa osoo hin taane deeggarsa barbaachisaa ta’e taasisuu akka qaban kaasaniiru.

Yakki garee shororkeessaan kun raaawwate seera idil addunyaanis ta’e kan Ityoophiyaan kan nama gaafachiisu, waaqaa fi nama birattis kan nama ceephaasisu ta’uu ibsaniiru.

Maddi:- DhPI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.