Fana: At a Speed of Life!

Gariin adda citee kan ture ijaarsii daandii aspaaltii Araaraat-Kotobee-Kaarraa ijaarsisaa eegaleera

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Gariin adda citee kan ture ijaarsii daandii aspaaltii Araaraat-Kotobee-Kaarraa ijaarsiisa eegaluu Abbaan Taayitaa daandiiwwan magaalaa Finfinnee beeksise.

Ijaarsi daandicha waggaa3 duraa kan eegalee ta’uus daandii Kotobee hanga Kaarraa jiru boqonnaa 2ffaan hanqina raawwii dhaabbata ijaarsaan adda cituu  beekameera.

Abbaan Taayitichaas hanqina raawwii dhaabbata ijaarsaan mudateerraatti tarkaanfii fudhachuun humna isaan akka ijaaruu murteessuun gara hojiitti galuu daayreektaarri olaanaa abbaa taayitachaa obbo Iyaasuu Solomoon FBC tti himaniiru.

Daandiin dheerina kiilo meetira 5.9 qabu bara baajatichaatti xumurame tajaajilaaf banaa akka ta’u abbaan taayitaachaa xiyyeeffannoon hojjeecha jiraachuu dubbataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.