Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa jedhame

Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Baatii Fulbaanaa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan Itti fufu ta’uu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.
Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa Hagayyaa 26, 2014 hanga Fulbaana 30, 2015tti haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerichi Ibsa Miidiyaaleef laateen beeksiseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.