Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli gurgurtaa Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant Boruu eegalee tajaajila laachuu ni jalqaba

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Gabaa Kuduraa fi Muduraa magaalaa Finfinneetti giddugalli Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant booruu eegalee tajaajila laachuu kan jalqabu ta’uu ibsame.
 
Iddoon gurgurtaa Kuduraa fi Muduraa yeroo Hurufa Boombii giddugalawwan haaraa bulchiinsi magaalaa Finfinnee qopheessetti akka jijjiirraman murtee darbeen sirni carraa baasuu xumuramuun waliigaltee galuun raawwatamaa jiraachuu hogganaan Biiroo Daldalaa magalaa Finfinnee obbo Abdulfattaa Yesuuf ibsaniiru.
 
Boruu eegalee Hurufa Boombii kan ture gabaan Kuduraa fi Muduraa boruuu eegalee giddugala gurgurtaa Kuduraa fi Muduraa haaraa qophaa’e Hayilee Gaarmantitti hojii kan eegalu ta’uu ragaan Biiroo Daldalaa magalaa Finfinnee
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.