Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Bahaa aanaa Qumbii Magaalaa Minnootti annisaan Soolaarii kiiloo Waattii 225 maddisiisu eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa aanaa Qumbii Magaalaa Minnootti annisaan Soolaarii kiiloo Waattii 225 maddisiisu eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaa dabalatee hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Ijaarsi proojektichaas Liqaa Baankii Addunyaarraa argamee fi Mootummaan uwwifameera.

Proojektichi abbaa warraa kuma 2 fi hawaasa kuma 16 fayyadamoo ni taasisaa jedhameera.

Iddoosaa Abdiitu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.