Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Lixaatti hospitaalli sadarkaa jalqabaa Daaroo Labuu eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaatti hospitaalli sadarkaa jalqabaa Daaroo Labuu eebbifameera.

Hospitaalichi baasii Birrii miiliyoona 29.4 ijaarramee jedhameera.

Sirna eebbaa proojektichaarratti Itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota naannoo Oromiyaaa, Aadde Caaltuu Saanii fi hoggantoonnii hojii mootummaa naannichaa fi godinichaa argamaniiru.

Ijaarsi hospitaala kun bara 2005 kan eegalee yoo ta’u, meeshalee yaala adda addaa guuttamuufi ragaan waajjira kominikeeshinii godinicharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.