Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaalee 20 fi magaalota 2tti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame.

Sadarkaa Godina Jimmaatti Sagantaa ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaatiin biqiltuuwwan gosa garaagaraa  dhaabuuf  hojjatamaa jiraachuu  Ittaanaan Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Yusuuf Shaaroo eeraniiru.

Duula ashaaraa magariisaan aanaalee godinichaa 20 fi magaalota 2 keessatti biqiltuun bunaa, nyaataa fi biqiltuun bosonaa gosa addaa addaa miiliyoonni dhibbi 1 ol dhaabamuu Obbo Yusuuf himaniiru.

Huseen Kamaaltu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.