Fana: At a Speed of Life!

Godina Kafaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Canaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe.
Konkolaataan deddeebisa ummataa Doolfin jedhamu Waachaa gara Boongaa imalaa ture Siinoo Tiraakii Miizan Amaanii gara Magaalaa Finfinnee imalaa ture waliin walitti bu’uun balaa kana qaqqabsiisuu ibsameera.
Balaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 yoo darbu, namoota 13 miidhaan qaqqabuu ragaan komishinii Poolisii naannichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.