Fana: At a Speed of Life!

Godinichatti duula hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu Baatii lamaaf gaggeefamaa tureen waraana ABO Shanee 265 ta’an irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Godina wallagga Lixaatti duula hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu Baatii lamaaf gaggeefamaa tureen waraana ABO Shanee 265 ta’an irratti tarkaanfiin fudhatamuu komishiniin poolisii oromiyaa beeksiseera.
Hojii Olaantummaa Seeraa kabchiisuu Aanaalee Godina Wallaggaa Lixaatti hojjatameen ABO Shanee 8 irratti tarkanfiin fudhatamuu Qajeelchi Poolisii Godina Wallaggaa Lixaa himeera.
Akka ibsa Qajeelcha Poolisii Godina Wallaggaa Lixaatti hidhattootni ABO Shanee 6 fi deeggartootni isaanii 87 to’annaa seeraa jala olaniiru.
Duula Hojii Olaantummaa Seeraa kabachiisuu Godinichattii Baatii Lamaaf gaggeefamaa tureen Waraana ABO Shanee 265 ta’an irratti tarkaanfiin fudhatameera.
Hojii duulaan gaggeefame kanaan Meeshaan Waraanaa gosa adda addaa harka diinaa ture Mootummaadhaaf galii ta’eera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.