Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan walabummaa preesii addunyaa kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Guyyaan walabummaa preesii addunyaa mata duree ”odeeffannoo faayidaa hawaasaaf” jedhuun kabajamaa jira.

Kabaja guyyaa walabummaa preesii addunyaa kanarratti qaamoleen miidiyaa fi dhimmi ilaallatuu hirmaata jiru.

Gaazixeessitoonni sodaarra bilisa ta’uu fi lammiilee odeeffannoo sirrii carraa ittiin argachuu danda’aan uumuun barbaachisaa ta’uu walitti qabdun mana mare miidiyaa Ityoophiyaa aadde Tigist Yilmaan himaniiru.

Dhaabbilee miidiyaa fi ogeeyyiin fuuloota miidiyaalee hawaasaarratti haasaa jibbinsaa to’achuun itti gaafatamummaa isaanii ba’achuu akka qaban ergaa dabarsaniiru.

Yismaaw Adaraatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.