Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan sabaa fi  sablammootaa haala sabdaneessummaa cimsuun akka kabajamu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablammootaa Sadaasa 29, 2014 haala sabdaneessummaa cimsuun kan kabajamu ta’uu Af Yaa’iin  Mana maree Federeeshinii obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.

Guyyichi sagantaalee garaagaraan magaalaa Dirree Dawaatti kan kabajamu ta’uu himaniiru.

Ayyaannichi Badhaadhina Ityoophiyaaf bu’uura kan kaa’uu ta’a jedhan.

Tokkummaan Sabaa fi Sablammootaa kana dura ture weerartoota keessaa fi alaaf dhukkubbii mataa ta’ee kan ture ta’uu ibsuu isaanii ragaan Mana maree Federeeshiniirraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.