Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Turizimii boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama.

Guyyichi yeroo 35ffaaf kan kabajamu yoo ta’uu, mata duree ‘yaadama haaraa Turizimiif’ jedhamuun Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti haala hoo’aa ta’een ni kabajame.

Guyyicha kabajuuf Ministira Ministeera Turizimii Ambaasaaddaar Naasiisee Caalii dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa, naannolee fi keessummoonni kabaja magaalaa Asoosaa galaniiru.

Laamroot Yenee Alemtu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.