Fana: At a Speed of Life!

Haala maloota ittisa vaayrasii koroonaa guutummaa guutuun hojiirra oluu danda’amuurrati mari’atame

Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan poolisii federaalaa dabalatee dhaabbilee garagaraa waliin haala maloota ittisa vaayrasii koroonaa guutummaa guutuun hojiirra oluu danda’amuurrati mari’achuu beeksisaan.

Ministirrittin fuula miidiyaa hawaasa isaaniitin akka ibsanitti Ministeera Nageenyaa, Abbaa Alangaa Waliigala, poolisii federaalaa fi magaalaa Finfinnee waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii weerara vaayrasii koroonaa sadarkaa olaanaa dabalaa jiraachuu ilaalchisee sodaawwan muudatan keessaa ba’uu fi hawaasa olchuuf kan kaayyeefate ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.