Fana: At a Speed of Life!

Haaromsi taasiifamaafii kan ture Gamoon Mana Qopheessaa magaalaa Finfinnee boru ni eebbifama

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Haaromsi taasiifamaafii kan ture Gamoon Mana Qopheessaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee boru ni eebbifama jedhame.
Gamoon seenaa qabeessi kun waggaa 57 booda haaromsi taasiifamuufii eerameera.
Haaromsi gamichaa akkaataa tajaajila guutuu laachuu danda’uun raawwatamuu ragaan Waajjira Kaantibaa magaalichaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.