Fana: At a Speed of Life!

Hanqina oksijiiniin wal’aannamtoota gargaaruuf rakkachaan jira- Hoospitaala Qiddus Phaawuloos

Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- koolleejjiin Meedikaalaa Mileeniyamii Hoospitaala Qiddus Phaawuloos hanqina oksijiiniin wal’aannamtoota gargaaruuf rakkachaa jiraachu beeksise.
Hoospitaalichatti mahaandisni faasiliitii obbo Solomoon Shawaangizaw wayita ammaa weerarri covid-19 babbal’achaa kan jiruu fi lakkoofsi wal’aanamtoota dabalaa dhufuun wal’aanamtoota oksijinii barbaachisuuf qormaata taheera jedhan.
Akka gabaasa TOItti hanqinicha furuuf giddugalichi sa’aatii 24 hojjechaa jiraachuu eeraniiru.
Rakkinicha ilaalcha keessa galchuun hawaasni ofeeggannoo taasisuu cimsee akka itti fufu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.