Fana: At a Speed of Life!

Hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru jedhan.

Muummeen Ministira Abiy Ahimad guyyaa har’a miseensota biyyoolessaa ajaja giddugaleessaa daawwataniiru.

Tokkummaan, aarsaa, obsaa fi beekumsaan biyyattiin iddoo olaanaa gahuu qabduutti akka ceetu taasisaniiru jedhan.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.