Fana: At a Speed of Life!

Hindiin yeroo jalqabaaf maallaqaa biyya isheen kaffaltii daldala alaa raawwatte

Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Hindiin jikita boba’aa Gamtaa Emereetota Arabaarraa Bitteef seenaa ishee keessatti yeroo jalqabaaf maallaqaa ishee Ruuppiin kaffaltii raawwachuun gabaafame.

Biyyattiin Kaffaltii Daldalaa Ruuppiin raawwachuun sadarkaa idil addunyaatti ishee beeksisuuf kan gargaaru ta’uun ibsameera.

Hindi tarsiimoo ammaa hordofaa jirtuun dhiyeessitoota boba’aa horachuu fi baasii sharafa alaa ishee hir’isuuf karooraa qabatte keessa tokko ta’uu Business Standard gabaaseera.

Sirni daldalaa kunis Baankiin Qusannaa Hindii fichisiitonnii fi alergitoonni maallaqaa biyyattiin kaffaltii akka raawwatan murtee eeyyamu waliin kan walsimu ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.