Fana: At a Speed of Life!

Karoorri misoomaa jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oole bu’aa fidaa jira-Obbo Abdulhakiim Muluu

Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Karoorri misoomaa Naannoo Oromiyaatti jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oolaa jiru bu’aa qabatamaa fidaa jiraachuu Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakiim Muluun himan.
Obbo Abdulhaakim Muluu dabalatee qondaaltonni olaanoo mootummaa naannichaa biroon daawwannaa hojiilee misoomaa garaagaraa Godina Baaleetti taasiseera.
Daawwannichaan kunuunsa qabeenya uumamaa, horsiisa kanniisaa, qophii biqiltuu fi hojiilee misoomaa biroo hojjetaman daawwachuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.