Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee raayyaa ittisa biyyaatti makamuuf murteessan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf waamicha Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fudhachuun raayyaa ittisa biyyaatti makamuuf murteessaniiru.

Kantiibaa magaalichaa Obbo Nigaatuu Mootummaa dabalatee hoggantoonni sadarkaa sadarkaan jiranfi  raayyaa ittsa biyyaatti makamuuf murteessuun isaanii ibsameera.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.