Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni mootummaa olaanoon adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa Ittisaa waliin Ayyaana bara haaraa kabajan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa Ittisaa waliin Ayyaana bara haaraa kabajaniiru.

Kabajni bara haaraa 2014 gootoota waliin haala addaan kabajamuu Aadde Adaanach Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Hamileen, murannoo fi jaalalli biyyaa miseensota Raayyaa Ittisaarraa muul’atu daraan kan nama gammachiisu ta’uu kaasaniiru.

Gootoota Raayyaa Ittisaa fi qaamolee nageenyaa maraaf baga nagaan geessan jechuun ergaa dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.