Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaatan gara biyya isaanii deebi’an

Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaata turan gara biyya isaaniitti gaggeeffamaniiru.

Haaluma Hoggantoonni Keeniyaa, Seeneegaal, Ruwaandaa, Moorookoo, Madaagaaskaar, Aljeeriyaa, Koongoo, Afrikaa Kibbaa, Chaad, Gaanaa, Boostiwaanaa, Naayijeeriyaa, Somaaliyaa, Siisheelsii, Burrundii Leeseettoo, Angoolaa, Jibuutii, Niijer, Koongoo Biraazaaviil fi Seeraaliyoon gara biyya isaanii deebi’aniiru.

Ministiroonni Ityoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Idil Adunyaa Boolee argamuun hoggantoota kanneen gaggeessaniiru.
#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.