Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’an

Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.

Itti aanaan komishinaara komishinii Gumurukaa Obbo Mulgeeta Bayyaanaan, Dhugaa Ityoophiyaan qabdu hawaasa idil addunyaaf beeksisuuf sochichatti makamuu himaniiru.

Sochiin ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuu haaluma wal fakkatuun dameewwan koshiminii Gumurukaa guutuutti gaggeeffameera.

Bisiraat Mangisteetu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.