Fana: At a Speed of Life!

Hoji raawwachiistonni liigii dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mari’achaa jiru

Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Hoji raawwachiistonni liigii dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Finfinneetti walga’ii isaanii gaggeessaa jiru.
 
Waltajjiin marichaa guyyaa lamaaf kan gaggeeffamu yammuu ta’u, paartilee tumsaa dabalatee paartileen walitti makaman hirmaachaa jiru.
 
Itti gaafatamtuun waajjira liigii paartichaa aadde Maskaram Abbabaan, waltajjichaan ittiin bulmaata, qajeelfamaa fi hojimaatarratti mari’achuun ni raggaasifamaan eegama jedhan.
 
Misooma magariisaa, ittisaa fi to’annoo vaayrasii koroonaa cimsuurrattis kallattiin ni kaa’a jedhan.
 
Hirmaannaa dubartootaa jijjiirramaa as cimaa dhufuus eeraniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.