Fana: At a Speed of Life!

hojiiwwan misoomaa naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran irratti mari’tame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Hooggantoonni olaanoo Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inaarjii fi dhaabbileen itti waamamoo hojiiwwan misoomaa naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran irratti hooggantoota naannichaa waliin mari’ataniiru.
Hooggantoonni olaanoo Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inaarjii fi dhaabbileen itti waamamoo hojiiwwan misoomaa naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran irratti hooggantoota naannichaa waliin waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Oromiyaatti mari’ataniiru.
Marichaan Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa waltajjichi hariiroo hojii barbachiisuu cimsuuf akka biyyattii hojiiwwan misoomaa hojjetamaan ariifachiisuufi jedhaniiru.
Waggoota kurnan dhufaniitti lammiilee biyyatti guutumma guutuutti fayyadamoo bishaan dhugaatii fi humna elektirikaa taasisuuf karoorri qabamuun hojjetamaa jiraachuu ibsaniru.
Damee misooma jallisiitiin dandeetti naannichaa fayyadamuuf baldh’inaan hojjetamaa jiras jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.