Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa Oomisha Qonnaan Bultoota adda Waraanaa jiranii walitti qaban

Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa Oomisha Qonnaan Bultoota aanaa Sabbataa adda Waraanaa jiranii walitti qabaniiru.
Hojettoonni kunneen oomisha xaafii milishoota addaa waraanaa deemanii 20 lafaa hektaraa 21.5irra ture walitti qabaniiru jedhame.
Sassabbii Oomishaa kanarratti hoggantoonni mootummaa olaanoo fi kanneen biroo argamaniiru jedhame.
Gammachuu Beekumatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.