Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.

Gochaa garee shororkeessaa ABUT fashaleessuu fi birmadummaa biyyaa mirkaneessuf hunduu gahee mataasaa bahaachuu akka qabu hooggantoonni fi hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii himaniiru.

Hooggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii 200 ol ta’an Goota Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriirusaanii agarsiisuuf dhiiga arjoomaniiru.

Ministirri Ministeera Galiiwwanii Obbo Laaqa Ayyaaleew gama isaaniitin hojjettonni,deeggarsa meeshaalee,dhiiga arjoomuunifi gara waraanaatti makamuun deeggarsaafi aantummaasaanii mirkaneessaniiru jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.