Fana: At a Speed of Life!

Hoong Koong balallii Ingiliiz irraa taasifamu dhorkite

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Hoong Koong balallii Ingiliiz irraa taasifamu guutuummaa guutuutti dhorkuun ishee dhaga’aame.

Biyyaattin dhorkicha kan keessee weerara vaayrasii haaraan (Deeltaa) jedhamu Ingiliiziitti muul’achuun walqabateeti.

Kana hordofee Adooleessaa 1 irraa eegalee balallii Ingiliiz irraa taasifamuu kamuu dhorkiiteetti.

Dhorkichi lammiilee Ingiliiz irraa gara biyyatti galaan irratti dhiibbaa ni uumaa jedhameera.

Maddi:-BBC

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.