Fana: At a Speed of Life!

Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona 450 ijaarame eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona dhibba 400 fi miiliyoona 50’n Finfinneetti ijaarame eebbifameera.

Hoteelli abbaa qabeenyaa Obbo Taaddasaa Ideemaatiin Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti ijaarame bakka Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisa fi Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee argamanitti eebbifameera.

Hoteelichi lafa karee meetira 500 irratti kan ijaarame yoo ta’u, namoota 120’f carraa hojii akka uumu ragaan Waajjiraa Preezidaantii Naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

 

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

 

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.