Fana: At a Speed of Life!

Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarraatti argaman ayyaana Qillee kabajaa jiru

Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) – Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarratti ayyaana Qillee sirna hoo’aa ta’een kabajaa jiraachuu ibsameera.

Hirdoftoonni Amantaa Awurooppaa Baha Awurooppaa, Giddugala Bahaa fi kutaalee addunyaa garaagaraatti argaman ayyaanicha sirna hoo’aa ta’een kabajaa jiraachuu BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.