Fana: At a Speed of Life!

Humni Qilleensaa leenjitoota Daandii Qillenssaa “Vision 2035”eebbisiise

Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)-Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf leenjitoota Daandii Qilleensaa “Vision 2035” jedhaman eebbisiise.

Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hariiroo qabu cimsuuf akkataa karoorseen seenaa keessatti yeroo jalqabaaf, leenjitoota balalii Daandii Qilleensaa marsaa jalqabaaf leenjisuun eebbisiiseera.

Sirna eebbichaarratti Ajaajaa Olaanaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa, Hoji Gaggeessaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfiin Xaasawu fi keessummoonni biroon argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.