Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii – Dandii ifatti eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) – Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii – Dandii ifatti eegalamuu ibsameera.
Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii kun Kiiloomeetira 32 kan dheeratu yoo ta’u, Dhaabba Ijaarsaa “CCCC”n jedhamuun gaggeeffama jedhame.
Ijaarsa Proojektii kanaaf Birrii biiliyoonni 1.68 baasii ta’a jedhameera.
Ijaarsi daandichaa har’a bakka hojii gaggeessaan proojektichaa Dooktar Abraam Balaay argamanitti ifatti eegalameera.
Wanciin daandii Amboorraa kiiloomeetira 24 fagaattee argamti.
Maddi: – DhPI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.