Fana: At a Speed of Life!

Ijipt laga Abbaay %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu- Tiiboor Naazh  

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Laga Abbaayiif bishaan copha tokko kan hin gumaachine Ijipt mirga  bishaanicha %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu jedhan Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Gargaaraan Ministira Dhimmoota Afrikaa duraanii Tiiboor Naazh.

Tiiboor Naazh ergaa gama Tiwiitara isaaniin dabarsaniin, mariiwwan laga Abbaayirratti taasifaman kan hordofan ta’uu ibsaniiru.

Laga Abbaayiif bishaan copha tokko kan hin gumaachine Ijipt haala fayyadama bishaanichaarratti murteessuufi gaafachuuf mirga kan hin qabne ta’uu eeraniiru.

Ijipt addunyaan jijjiiramuu akka hubattus yaadachiisaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.