Fana: At a Speed of Life!

Injinaar Taakkalaa ayyaana Iid al Faxir hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’anii magaalaa Finfinnee jiraatan waliin kabajaan

Finfinnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa ayyaana Iid al Faxir bara Hijiraa 1441ffaa hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’anii magaalaa Finfinnee jiraatan waliin kabajaan.

Ayyaanicha sababeeffachunis kennaa garaagaraa laataniiruf.

Injinaar Taakkalaan baga ayyaana Iid al Faxir bara Hijiraa 1441ffaa tiin nagaan isin gahe! Baga geessan, iid muubarak jechuuni ragaan fuula Feesbuukii isaaniirra arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.