Ispoortii
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu.
Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus, Leeverkuusan Roomaa waliin xumuraaf darbuuf taasiisan xiyyeeffannoo argateera.
Tapha marsaa jalqabaan Roomaan Leeverkuusan goolii 1 fi 0n yoo injifatu, Juuveentus fi…
Read More...
Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen
Qidduus Giyoorgis Magaalaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni deebii walakkaa xumuraa shaampiyoonsi Liigii…
Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.
Daayrektara Teeknikaa ta'uun tajaajilaa kan jiran…
Arsenaal 0- 3 Biraayitan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate.
Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun imalli gara waancaatti taasisu gufateera.
Naannoo Harariitti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti "Nageenyaaf nan fiiga" mataa duree jedhuun fiigichii daandirraa gaggeefameera.
Figicha kana dhaabbanni miti mootummaa 'Eastern development initiative' jedhamu naannoo Hararii waliin…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har'a Eevartan Maanchiisteer Siitii, Arsenaal Biraayitan waliin taasiisan akkaan eegama.
Taphni waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegaluun Eevartan sodaa gara…