Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teelekoom magaalaa Jimmaatti barattoota 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise

Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ityoo Teelekoom dameen Kibba Lixaa magaalaa Jimmaatti barattoota harka qalleeyyii 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseera.

Dhaabbatichi dhiibbaa qaala’iinsi meeshaalee barnootaa barattoota harka qaleeyyii irraan gahuu danda’u salphisuuf deeggarsa meeshaalee barnootaa taasisuu ibsameera.

Abdurree Mahaammadtu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.