Fana: At a Speed of Life!

Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ eegalchiise

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ jedhamu eegalchiise.

Tajaajilichaan dhaabbileen ragaalee garaagaraa daataa beezii Ityoo-Telekoom irraa argachuu kan danda’an ta’uu ibsameera.

Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Ityoo-Telekoom Fireehiywoot Taammiruun, tajaajilichaan dhaabbileen wiirtuu daataa/ daataa Sentarii ijaarsisuun osoo isaan hin barbaachisiin ragaa barbaadan Ityoo-Telekoomirraa argachuu kan danda’an ta’uu eeraniiru.

Tajaajilichi teekinooloojiin deeggaramuun oomishtummaa kan guddisu ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.