Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa damee albuudaan oomishuu kan ishee dandeesisu dandeettii biyyaalessaa uumuun, sharafa alaa argamsiisu dandeetti ishee ni cimsiti – Muummee Ministiraa Abiy Ahimad

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasanii fi hawaasaa naannoo jijjiiruu danda’an hedduu qabaachuu ibsaniiru.
Warqee, sibiilota, pootaashii, taantaalamii, sinper, eemeraaldii fi ooppaa’iin kanneen keessaa muraasadha.
Humna biyyaalessaa oomishuuf nu dandeessisu uumuudhaan, humna gabaa alaa fi sharafa alaa argachuu keenya ni cimsinas jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.