Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila giddugala daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessaniiru.
Waliigaticha Komishiniin Gumrukaa Ityoophiyaa fi Keeniyaatti Koreen Qindeessaa fi hojii To’annoo daangaa mallatteessaniiru.
Waliigalteen kun tajaajila giddugala daandii saffisaa Mooyaale guutummaan guutuutti hojiitti kan galchu ta’uu ibsameera.
Hojjettoonni dhaabbilee dhimmoota daangaa biyyoota lamaanii hojiilee bulchiinsa daangarratti hojjetan bifa milkaa’ina qabuun akka gaggeessaniif dandeettii kan uumuudha jedhame.
Tsaggaayee Wandawasantu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.