Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan tokkoomtet, juuntichi kophaatti hafe- Jeneraal Birhaanuu Juulaa

Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Juuntichi gochaa sukkanneessaa garajabummaa akkanaa raawwataan hin tilmaamne turre jedhan eetaamaajoorri waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa Jeneraal Birihaanuu Juulaa.
Sirna beekamtii deeggarsa raayyaa ittisaatif Finfinneetti gaggeeffamerratti argamuun haasaa taasisaniiru.
Sirnicharratti preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee, itti aantuun kantiibaa Finfinnee Adaanach Abeebeen argamaniiru.
Gara jabummaan juuntichaa isa balleessee, nutis injifanneerra jedhaniiru.
Inni waggoota lamaaf qophaa’aa turus, nuti torbee lamatti lafaan isa geenyee injifanneerran ibsan.
Amma hunduu jalaa dhumee konkolaatarraa bu’uun lafoo ta’eera; nutis yakkamaa lafoo baqatu adamsaa jirra jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.